Advertisements
ትኩስ ዜናዎች

Afaan Oromoo

​​Pirogirammi pirimeyerii ligii Manchestiri Yunatidii kan 2017/2018 akka asii gadii dha

Dorgommi champions league wagga itti aanuu dorgommufi yeroo dhumma irratti carraa kan argatte killabii kubbaa millaa Manichesiterii Yunatidii dorgommi 38 tasiisu akka armaani gaditti…more


​Taphotaa primeyerii ligii biyya Engilizii kan bara 2017/2018 kan tahee kessa , programii Arsenal taphotaa 38 akka asii gadditi ni argattu

Arsanaal Morkiii saa kan primiyar Ligii Inglaand 2017/18 Tapha Lestarsitii waliin taphatun jalqaba. Sagantaan primiyar Ligii Inglaand 2017/18 kan Arsanaal kan torbee 38 guutuun isaa kan armaan gadii fakkaata.


 

Advertisements
%d bloggers like this: